Fana: At a Speed of Life!

Ministir Deetaan Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Ministir Deetaan Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad Omar walga’ii idilee 46ffa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Alii Mohaammad Omar wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Burtukaan Ayyaanoon simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.