Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa Gaambiyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Walga’ii idilee 46ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ministirri Dhimma Alaa Gaambiyaa Dooktar Maamaadoo Taangaaraan Finfinnee galuuniiru.

Dooktar Maamaadoo Taangaaraan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Burtukaan Ayyaanoon simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.