Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootilee Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee Baarbaadoos wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booolee gahan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simataniiru.
Dooktar Abiy Gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Miyaa Amoor Mootilee “Gara Itiyoophiyaa Baga Nagaan dhuftan” jedhaniiru.
Yaa’iin 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Guraandhala 8-9 ,2017 gaggeeffama.
Malaakuu Gaddifi Biruktaawit Afaarutu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.