Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa
Piroojektiin Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa magaalota naannichaa deebisanii misoomsurratti kan xiyyeeffateedha.
Magaalota naannichaa Miidhagsuu, hojii fi jireenyaa lammiileef mijatoo taasiisuurra darbee sadarkaa jireenya jiraattootaa fooyyesuuf Piroojektiiwwan hojjetamaa jiran ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
Suuraan kun Misooma Koriidarii naannawaa Baadiyyaas kan hammateedha.