Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Jibuutii lafa ijaarsa mana barnootaa Hawaasa Ityoophiyaaf oolu kennuun himame

Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Mootummaan Jibuutii ijaarsa mana barnootaa Hawaasa Itiyoophiyaa achi jiraatuuf lafa hektaara afur kennuun ibsameera.
Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Biraanuu Tsaggaayee, kennaan lafaa kun michooma gaarii biyyoonni lamaan qabaniif mallattoo tokko ta’uu ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti maxxansaniin ibsaniiru.
Bakkicha irratti jalqaba bakka oolmaa daa’immanii ijaaruuf galii walitti qabuun fi dhaabbata Ijaarsaa waliin mariin eegalamuun eerameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.