Naannoo Amaaraatti mareen qooda fudhattootaa sadarkaa naannoo eegalame
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannoo Amaaraati hojii ajandaa walitti qabuu gaggeessaa jira.
Har’a mariin qooda fudhattoota hirmaachise taa’amuu eegaleera.
Haaluma kanaan:-
Bakka buutoonni dhaabbilee mootummaa, miti mootummaa, paartilee siyaasaa, dhiibbaa uumtootaa fi bakka buutoonni kutaalee hawaasaa sadarkaa aanaalee yaa’ii marsaa jalqabaan filataman marii kanarratti hirmaachaa jiru.
#Oromia #Ethiopia