Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtaawarratti xiyyeeffate taa’amaa jira

Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtawarratti xiyyeeffate Magaalaa Baahir Daaritti taa’amaa jira.
Waltajjichi dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi bulchiinsa gaariirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.
Waltajjicharartti Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi qondaaltonni olaanoo naannichaa biroon argamaniiru.
Dhimmoota misoomaa fi bulchiinsa gaarii akkasumas nageenya waareessuurratti mari’achuun kallattiiwwan kan kaa’aman ta’uu Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.