Fana: At a Speed of Life!

Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodate

Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa galgala kana taphatameen Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodateera.

Niwuukaasiil galchii 4 fi 0n Ipsiwiich, Notingihaam Forest galchii 2 fi 0n Bireentifoordi yoo injifatan, Weest Haam Biraayitan waliin galchii 1 qixa xumureera.

Notingihaam Forest qabxii 31 walitti qabachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffateera.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.