Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwaluu Abdiin ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Walisoo daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin buufata konkolaataa Qindaa’aa magaalaa Walisootti ijaaramaa jiru daawwataniiru.

Buufatichi yeroo gabaabaa keessatti xumuramuun tajaajilaaf akka oolu qabu akeekuu ragaan Kominikeshinii Magaalaa Walisoorraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.