Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa amantaa eegee fi miidhagina qabuun kabajame

Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Guutuu Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa fi sirna amantaa eegeen miidhaginaa kabajameera.

Magaalootaa fi Aanaalee Oromiyaa hunda keessatti ayyaanni kataraa akkaataa duudhaa fi sirna amantichaa kabajeen haala miidhagaa fi hawwataa ta’een kabajameera.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.