Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa waxabajjii 3-5,2017 kennama

Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Qormaanni kutaa 6ffaa caamsaa 26-27,2017 kan kennamu yoo ta’uu, kutaa 8ffaan immoo waxabajjii 3-5, 2017 kan keennamu ta’uun ibsameera.

Biirichi Barsisonniifi maatiin deeggarsa barbaachisu akka kennan waamicha dhiyeessuu ragaan BBO irra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.