Oduu biyya keessaa Nageenya Daandirratti mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Nageenya Daandii ilaalchisee maatii barattootaa waliin mariin sadarkaa biyyaalessaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Waltajjii hubannoo…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti harka qalleeyyii kuma 10 fi 600 oliif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaalee fi magaalota godinichaa keessatti Ayyaana bara haaraa sabaabeefachuun harka qaleeyyii kuma 10 fi 617f deeggarsi miidhaan…
Fayyaa Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni 400 ol miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsame Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni dhibbi 4 fi kumni 45 fi 529 miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsameera. Godinichatti hojiiwwan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Jimmaa harka qalleeyyii 16f mana jireenyaa haaroomsaa fi ijaaraa jira Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa kenna tajaajila tola ooltummaan harka qalleeyyii 16f mana jireenyaa haaroomsaa fi ijaaraa jiraachuu ibsameera. …
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwate Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwateera. Sirni awwaalcha Weellisa Alamaayyoo Isheetee Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist Maanbaaraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dassitaan Humnoota Addaa Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti bobba’an daawwatan Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Naannoon Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon Humnoota Addaa Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraan alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi… Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Arsii lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraa alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi maallaqaan adabamaniiru. Daldaltoonni gatii koreen…
Oduu biyya keessaa Aanaaleen Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsan Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Humni Addaa fi Milishaan Naannoo Afaar aanaalee Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsuu ibsame. Guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuu poolisiin beeksiseera. Itti gaafatamaan kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Seeneegaal galan Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd daawwannaa hojiif Seeneegaal galaniiru. Turtii isaanii Seeneegaaliin preezdaantii biyyatti Maakii Kaal waliin…