Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa dhiyeessiin deeggarsa namooma lammiileef sirnaan akka qaqqabuuf garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu…
Oduu biyya keessaa Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti raayyaan ittisa biyya tarkaanfiin fudhateera. Bobbicharrattis gareen shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo Koontijeent loltoota bu’uraa leenjisaa ture eebbisiisa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Leenjii Huursoo loltoota leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu galmee barattootaa manneen barnootaa Ifa Boruutti gaggeeffamaa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Jilli Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamudurfamu galmee barattootaa manneen…
Oduu biyya keessaa Ajajni Kibbaa loltoota leenji’aa turan eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa giddugalaa leenjii Awaash Arbaatti loltoota leenjisaa ture eebbisiseera. Leenjiitoota eebbifamaan keessaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota kuma 1 fi 38 eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 38 eebbisiiseera. Yuunvaarstiitichi baratootta digrii…
Oduu biyya keessaa Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa ture… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa xuree xumurameera. Leenjiichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa…
Ispoortii Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa Sifen Megersa Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Gaambeellatti namoonni rakkoo nageenyaa uumuun shakkaman 30 to’ataman Sifen Megersa Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Magaalaa Gaambeellatti Poolisiin namoota rakkoo nageenyaa uumuun shakkaman 30 to'annoo jala oolchuu beeksiise. Namoonni dhuunfaan kunneen ergamtoota…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa namoota dhuunfaa yakka biyya ganuu raawwatan 48 irratti murtoo adabbii dabarse Sifen Megersa Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaatti manni murtii waraanaa miseensota ajejichaa yakka biyya ganuun himataman 48 irratti adabbii cimaa waggaa 2 fi baatii 9…