Oduu biyya keessaa Ejansichi Baankoota mootummaa fi dhuunfaa waliin hojjechuuf walii gale Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Ejansiin Galmeessa Ragaa fi Mirkaneessa Sanadoota Federaalaa Baankoota mootummaa fi dhuunfaa 15 waliin hojjechuuf sanada waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Aaddisuu Araggaan durfamu interpiraayizii sanyii filatamaa Oromiyaa damee Baalee daawwate Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu Interpiraayizii sanyii filatamaa Oromiyaa damee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnoota dhaabbiilee 7 waliin waliigaltee mallatteeffame Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnoota waajjiralee ministeeroota 6 fi mana maree waldaalee daldalaa waliin waliigaltee mallateessaniiru. Waliigalteechi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 11ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi gabaasa raawwii baajata bara hojii 2013…
Oduu biyya keessaa Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ifoome Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ‘Shii Tiraayivis’ jedhamu ifoomeera.…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa damee balalliitin dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesse Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa damee balallii imaammataa ga’umsaa Afrikaa taasiseerratti dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f deeggarsa midhaan nyaataa taasiifte Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 1.2tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu Sagantaan…
Idil Addunyaa Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalan Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalaniiru. Biyyoonni lamaan daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Daawwannaa Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galan Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daawwannaa hojii Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galaniiru. Jilli…
Biiznasii Oomishni Ashaboo waggoottaan 5 dhufaniif ga’u jiraachuu ibsame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kuufamni Oomisha Ashaboo Ummata Ityoophiyaa waggoottaan 5 dhufaniif ga’u Afdheeraa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…