Shakkamtoota kuma 1 fi 600 ta’an seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne- obbo Birihaanuu Tsagaaye
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoota yakkoota garagaraan barbaadaman kuma 3 keessaa kuma 1 fi 600 seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne jedhame.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…