Mariin Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan,…
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Mariin marsaa 3ffaa Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise.…