Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Goondar galan

Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Magaalaa Goondar galaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata xiyyaaraa Atsee Teediroos gahan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi Qondaaltoonni olaanoo naannichaa simataniiru.
Alemsaggad Asaayyeetu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.