Pireezidaanti Taayyeen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari’ataniiru.
Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagarii fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan maricharratti argamaniiru.
Minaalee Ayyanewutu gabaase.
#Oromiyaa #Ethiopia