Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) – Dooktar Abiy Ahimadii Pireezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Obbo Adam Faaraahiin Pireezidaantoota tti Aanaa paartii Badhaadhinaa ta’uun filatamuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
#0romiyaa #Ethiopia