Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii Faayilemaan Yaanigiin waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyeen ,Hoggantoota Olaanoo Mootummoota Gamtoomanii waliin marii bu’a qabeessa gaggeessuu ibsaniiru.
Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin dhimma Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessatti bakka bu’uummaa argaachuu qabdirratti yaada waljijjiruu Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa gabaaseera.
Barreesaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota biyyaalessaa, Naannawaa fi idil Addunyaarratti mari’achuu ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.