Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI fi Eegaa Olaanaan Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwataniiru.

Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Indaalew Makonniin, Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Giruuppii Invastimantii Midrook Jamaal Ahimad, Hojii Geggeessaa Olaanaa Warshaa Maanuufaakcheriingii Gommaa Addis Horaayizan Salamoon Asaffaa fi Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Teedroos Maabraat daawwannicharratti hirmaachuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.