Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Jaasiikaa Aluuppoon Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarraatti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Jaasiikaa Aluuppoo wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.