Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Angoolaa Joo’aawoo Maanu’eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Angoolaa fi Dura Taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Joo’aawoo Maanu’eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Pireezidaanti Joo’aawoo Maanu’eel Goonkaalveesiin yaadannoo Adwaatti Abaaboo kaa’aniiru.

Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon saganticharratti argamuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.