Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay hojii eegalan

Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun kan moggaafaman Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Waarradaan hojii eegalaniiru.

Kaabineen bulchinsa yerichaa har’a walga’ii kan gaggeesse yoo ta’u, Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Waarradaan hojiilee itti aanu hojjetaman ilaalchisee kallattii kennaniiru.

Yeroo itti aanu hojiileen nageenya naannichaa waaresssuuf dandeessisan kan hojjetaman ta’uu eeraniiru.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.