Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Chaad Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Chaad Mahaammad Idiriis Deebiin Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Mahaamad Idiriis Deebiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministiira Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal simataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.