Pireezidaantiin Seeraaliyoon Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Seeraaliyoon Juuliyas Maadaa Baayoo yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Adunyaa Boolee ga’anitti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen simatamaniiru.
Yaa’iin 38ffaan Gamtaa Afrikaa Boru eegala.
#Oromia #Ethiopia