Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantoonni Giiftiiwwan Duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aantuun Giiftiiwwan duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwataniiru.

Pireezidaantiin Giiftiiwwan duree Afrikaa fi Giiftii Dureen Seeraaliyoon Dooktar Faatiimaa Maadaa Baayoo fi Pireezidaantii Itti Aantuun Giiftiiwwan Duree Afrikaa fi Giifii Dureen Angoolaa Aannaa Afoonsaa Diyaas Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwataniiru.

Daayrektarri Olaanaan Yaadannoo Inijifannoo Adwaa obbo Giruum Girmaan keessummoota kanneen simachuun daawwachiisuu ragaan Yaadannoo Inijifannoo Adwaarra argame ni mul’isa.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.