Fana: At a Speed of Life!

Pireezidantiin Madagaaskaar Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Madagaaskaar Andirii Raajuuweeliinaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.