Fana: At a Speed of Life!

Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu

Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Tapaha Piriimar Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.

Waaree booda sa’aatii 10:00 irratti istaadiyeemii Kiraavaankooteej irratti Fuulhaam Cheelsii waliin, Poortmaan Rood irratti Iipswiich Taawun Arseenaal waliin akkasumas istaadiyeemii Ooltiraafoord irratti Maanchistar Yuunaayitid Woolvis waliin ni taphatu.

Galgala sa’aatii 12:30 irratti dursaan liigichaa Liivarpuul gara Kiing Paaworitti imaluun Liistar Siitii waliin ni taphata.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.