Piroofeesar Birhaanuu Naggaafi hoggantoonni olaanoon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi hoggantoonni olaanoo biroon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa daawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen hojiiwwan misoomaa barnootaa Magalaa Naqamtee fi Godinaa Wallagga Bahaa daawwatniiru.
Dabalataanis godinicha aanaa Leeqaa Dullachaattis hojii misooma Qamadii daawwataniiru.
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia