Poop Firaansiis boqotan
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Poop Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Poop Firaansiis umrii waggaa 88ffaa isaanitti har’a ganama dadhabbii addunyaa kanarraa boqochuu Vaatikaan beeksiifte.
#Oromia #Ethiopia