Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa laatamaa jira On Mar 8, 2021 451 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera. Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012 har’aa eegalee hanga Bitootessa 2, 2013tti ni laatama jedhameera. Qormaata kana akka biyyatti barattoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 11kan fudhatan ta’uu ibsamneera. Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna. 451 Share FacebookTwitterTelegramWhatsAppEmailViberPrint