Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalchaa Hangafa Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa poop Firaansiis gaggeeffamaa jira.
Sirna Awwaalchaa Vaatikaan Addabaabaayii pheexiroositti gaggeeffamaa jirurratti Aanga’onni Olaanoo Biyyoota garaagaraa Abbootii Amantaalee biyyoota garaagaraa dabalatee namoonni kuma 200 fi kumni 50 olitti tilmaamaman argamuun ibsameera.
Poop Firaansiis dhibee Daranyoo Sombaa isaan mudateen yaalamaa turuun addunyaa kanarraa boqochuun ni yaadatama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.