Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy daawwannaa Eeritraa xumuran Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad daawwaannaa Eeritraa xumuraniiru. Daawwaannaa guyyoota sadiif taasisaan keessatti dhimmoota waloo sadee…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera. Koreen kun,…
Oduu biyya keessaa Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu. Ministeroonni Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan. Marichi…
Oduu biyya keessaa Jilli garee obbo Gadduun durfamu gara Ameerikaa imale Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) –Jilli garee Ministira dhimmaa alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw durfamu gara Ameerikaa imale. Jilichi bu’uuruma waliigaltee kanaan dura haala…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Asmaraa galan Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan. Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Eeritraa daawwachuufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Eeritraa daawwachuuf akka ta’e beeksisan. Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Itti aanaan itti gaafatamaa Wajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan vaayrasii noovil koornoo ittisuu fi to’achuuf hojjechaa jirti- inistiitiyuuticha Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Vaayrasiin noovil koornoo Ityoophiyaatti miidhaa akka hin qaqqabbsiisne hojiin ittisaa fi to'annoo hojjetamaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…