Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu

Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan taphni har’a Beenifikaan Baarseloonaa fi Atileetikoo Maadriid Leeverkuusan waliin taasiisan ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Ataalaantaan – Istiruum Giraaz, Moonaakoon – Astoon Viilaa waliin taphatu.
Halkan Sa’aatii 5:00 eegalee Atileetikoo Maadriid -Leeverkuusan, Beenifikaan – Baarseloonaa, Booloonyaan – Doortumand, Biruuj – Juuveentus, Liiverpuul – Liil, Reed Istaar – PSV akkasumas Isloovaan Biraatiislaavaan – Istuut Gaart waliin taphatu.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.