Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin morkataa isaa injifachuun dursummaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin Kutaa Magaalaa Eekkaa injifachuun dursummaa cimsateera.
Taphoota qixxeessituu torbee 18ffaa liigichaa har’a taphatameen Nageellee Arsiin galchii 2 fi 1n Kutaa Magaalaa Eekkaa injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Tapha biroon Nib galchii 3 fi 1n kutaa Magaalaa Sulultaa inifateera.
#Oromia #Ityoophiyaa