Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa bahe
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa baheera.
Magaalaan Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Gullisoo yoo injifatu, Kutaan Magaalaa Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin galchii 1 qixa baheera.
#Oromia #Ityoophiyaa