Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa bahe
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Torbee 13ffaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa baheera.
Tapha har’a waaree dura sa’aa 3:00rraa eegalee taphatameen Galaan galchii 2 fi 1nLeeqaa injifateera.
Tapha waaree booda sa’aatii 8:00 irraa jalqabee taphatameen ammoo Muka Xurii fi Ginchiin galchii 1 qixa xumuraniiru.
#Oromia #Ityoophiyaa