Fana: At a Speed of Life!

Tuuristoota Naannoo Tigraay daawwatanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 2 ol argame

Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti nageenyi waaraa uumamaa jiraachuu hordofee lakkoofsi daawwattootaa dabalaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii bulchiinsa yeroo naannicha beeksise.

Qabeenya Tuurizimii naannichaa misoomsuu, beeksisuu fi kanneen miidhan irra qaqqabe haaromsuun madda galii damicharraa argamu guddisuuf hojjetamaa jiraachuun eerameera.

Baatiwwan saglan darban Tuuristoota kuma 12 ol naannicha daawwatanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 2 argamuu himeera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.