Fana: At a Speed of Life!

Yaa’ii Idilee 8ffaan Caffee Oromiyaa Amajjii 30, 2017 eegalee taa’ama jedhame

Finfinnee, Amajji 20, 2017 (FMC) – Yaa’iin Idilee 8ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Amajjii 30, 2017 eegalee akka taa’amu Caffeen Oromiyaa beeksiseera.

Yaa’iin Galma Caffeetti taa’amu kun Raawwii hojii kan qoratuu fi kallattiiwwan hojii naannichaa kan itti kennaman ta’uun ibsamuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Kookasiin Dubartootaa ammoo Amajjii 29, 2017 eegalee gaggeeffama jedhame.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.