Yuunivarsiitiin Arsii Barattootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisise
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisiseera.
Yuunivarsitichi baratoota digirii jalqabaa fi lammaffaan ogummaa fayyaan barsiisaa 130 fi kanneen saayinsii hawaasaa fi biroon barsiisaa ture eebbisisuun ibsameera.
Sirna eebbicharratti Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa,Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Dooktar Fiqaaduu Mitikkuu, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi Maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.
Gammachuu Beekumaatu gabaase.