Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa Barattoota gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise

Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa Barattoota gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 612 eebbisiseera.

Sirna eebbicharratti Kantiibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Kadiir Juhaar ergaa baga gammadannii barattootaaf dabarsaniiru.

Pireezidaantiin yuunivarsitichaa Dooktar Ubaahi Adam gamasaaniin, Yuunivarsitichi baruuf barsiisuun cinaatti tajaajila hawasaa fi qorannoowwan rakkoolee furuun guddina biyyaattii ariifachiisaan hojjetaa jiraachuu dubbataniiru.

Maqdas Darajjeetu gabaase.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.